ከተማችንን ስማርት ሲቲ (Smart City) ለማ...

image description
- In Uncategorized    0

ከተማችንን ስማርት ሲቲ (Smart City) ለማድረግ የተጀመረው ጥረት ተጠናክሮ ቀጥሏል፡፡

ከተማችንን ስማርት ሲቲ (Smart City) ለማድረግ የተጀመረው ጥረት ተጠናክሮ ቀጥሏል፡፡
የከተማችን አስተዳደር ከተማዋን የሚያዘምንና የሚያሻሽል የቴክኖሎጂ ሲስተምና መሰረተ ልማት በመገንባት እያጋጠመ  ያለውን የአገልግሎት ችግሮች እንዲሁም የሌብነትና ሙስና ማነቆዎችን በዘላቂነት ለመፍታት እንቅስቃሴ እያደረገ ይገኛል፡፡
ዛሬ በአዲስ አበባ የሳይንስና ቴክኖሎጂ ዩንቨርሲቲ ተጠንቶ በቀረበ ጥናት ላይ ከባለድርሻ አካላት ጋር ውይይት አካሂደናል፡፡
በውይይታችንም በጥናቱ ግኝት እና ምክረሃሳብ መሰረት የሁሉንም ባለድርሻ ተቋም ብቃት እና አቅም በመጠቀም  የከተማዋን የአገልግሎት አሰጣጥ ችግር በዘመናዊ  ቴክኖሎጂ በመታገዝ  መፍትሄ ለመስጠት የጀመርነውን ስራ ስራ አጠናክረን ለመቀጠል አቅጣጫ አስቀምጠናል፡፡
ፈጣሪ ኢትዮጵያንና ህዝቦቿን አብዝቶ ይባርክ!!
Magalaa keenya Magaalaa ammayyooftuu (Smart City ) taasisuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufeera.
Bulchiinsi magaalaa keenyaa tooftaa  teeknooloojii ( Technology System ) magaalattii  ammayyoomsuu fi fooyyeessuun bu'uura misoomaa ijaaruun rakkoolee tajaajila isa mudachaa jiru akkasumas hannaa fi malaammaltummaa buqqisuu fi  itti fufinsaan furuuf sochii taasisuutti argama. 
Har'a qorannoo Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee irratti qoratamee dhiyaate qaamota dhimmi ilaallatu waliin marii adeemsifneerra. 
Marii keenyaanis qorannicha bu'uura  argannoo fi yaada marii qaama dhaabbilee  hundaa gahumsaa fi cimina fayyadamuun rakkoo kenninsa tajaajila  magaalattii deeggarsa teeknooloojii ammayyaan furmaata kennuuf hojii eegalle cimsinee itti fufuuf kallattii keenyerra. 
Waaqni Itoophiyaa fi uummata ishee baay'isee haa eebbisu!!
 


Comments

Nothing was found.

Leave Your Comments